Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Tigraay magaaloota garagaraatti talaalliin vaayrasii koroonaa laatamuuf

Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Naannoo Tigraay magaaloota garagaraatti talaalliin ittisa vaayrasii koroonaa akka laatamuu Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.

Biirichatti hogganaan ittisa vaayrasii koroonaa Dooktar Arinnaat Adaanee, tajaajila talaallichaaf kan ooluu qorichoonni doozii kumni 108 Ministeera Fayyaarra naannichaaf ergameera jedhan.

Kanaafi dhaabbileen fayyaa Magaalaa Maqaleetti argaman, lammeeliin umrii waggaa 18 ol ta’aan talaallichi laatamuu eegaluu himaniiru.

Duulli magaalaa Maqaleetti eegalee magaaloota Shireeandsillaasee, Aksuum, Addigiraat, Fireewaynii, Maayicaawunaa fi Addishiwuuttitti baatii qabamee keessaatti akka laatamuu beeksisaniiru.

Kana dura Magaalaa Maqaleetti kan argaman ogeeyyiin fayyaa talaallichaa fudhachuun isaani ni yaadatama.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.