Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Beenishaanguul Guumuz Birrii miiliyoona 12.5 deeggarsa Raayyaa Ittisaaf walitti qabe

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Guumuz Birrii miiliyoona 12.5 deeggarsa Raayyaa Ittisaaf walitti qabuu beeksiise.

Naannichatti torbee darbe qofa Birrii miiliyoonni 12.5 deeggarsa Raayyaa Ittisaaf walitti qabuu walitti qabaan Koree Olaanaa deeggarsaa Raayyaa Ittisaa obbo Isihaaq Abduulqaadircibsaniiru.

Hanga Hagayya dhumaa bara 2013tti Birri miiliyoona 30 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru.

Dargaggoonni kumni 1 fi 400 Raayyaa Ittisaatti makamuuf qophaa’aa jiraachuus ibsaniiru.

Humni addaa naannichaa marsaa 2n gara adda waraanaa imaluu eeraniiru.
Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.