Fana: At a Speed of Life!

Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan

Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) – Nagaa kabachiiftoonni Abiyyeetti bobba’an haala yeroo irratti mari’atan.

Hoggantoonni fi miseensoonni naagaa kabachiiftootaai Motaraaydii 23ffaa Sudaan Abiyyeetti bobba’an haalaa yeroo irratti mari’ataniiru.

Maricharratti kan argaman Ofiiserri naannoo Kaabaa Sudaan Abiyyee Birgaader Jenaraal Waanyaw Alamee miidhaa Raayyaa Ittisa Biyyaa ajaja Kaabaa irratti raawwatame gaddisiisaa fi waan balaaleffatamuu qabu ta’uu ibsaniiru.

Hirmaattoonni marichaa gama isaaniin miidhaa qaqqabeen otuu hin jeeqamiin tokkummaan cimnee hojii nutti laatame ba’uun ambasaaddarumma nageenyaa keenya mirkaneessuu qabna jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.