Fana: At a Speed of Life!

“Nageenyi Ummata tigiraay deebi’aa jira; hojiirra oolmaa waliigaltechaaf lammiin hundi gahee isaa bahachuu qaba”-Jiraattota Aksum, Adwaa fi Shiree

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – “Nageenyi Ummata Tigiraay deebi’aa jira; hojiirra oolmaa waliigaltechaaf lammiin hundi gahee isaa bahachuu qaba” jechuun jiraattonni Aksum, Adwaa fi Shiree ibsan.

Mootummaa fi ABUT gidduuttii waliigaltee nageenyaa irraa ga’amee nageenyaa waraa Ityoophiyaatti mirkaneessuuf absii kan uumeedha jedhameera.

Haaluma kanaan daraggoonni barnootaa isaanii addaan kutan egeree abju’achuu, haadholiin nagaa argachuu eegalaniiru.

Jiraattonni Naanoo Tigiraay waliigaltee nageenyaatti hedduu gammaduu ibsanii, hojiirra oolmaa isaaf hunduu walta’iinsaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru.

Maddi:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.