Fana: At a Speed of Life!

Namni dhuunfaa gogaasaa seentii meetira 15.5 harkisu namoota hedduu dinqisiise

Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaa lammii Ingiliiz gogaasaa seentii meetira 15.5 harkisu namoota hedduu dinqisiiseera.

Lammiin biyyaa Ingiliiz Gaar Taarnaar jedhamu gogaasaa seentii meetira 15.5 harkisu ykn hanga inchii 6.25 dheeressuu danda’aa jedhameera.

Kun waan hin baratamnee ta’uusaan namoota biratti ijoo dubbii ta’eera.

Kunis sababa rakkoo fayyaa hin baratamneen ta’uu ragaan galmee dinqisiisoo addunyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.