Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Neezarlaandis waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Neezarlaand Siitiif Blook waliin mari’ataniiru.
Obbo Dammaqaan marii bilbilaan Siitiif Blook waliin taasiisanii haala waqtaawaa fi dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee ibsa taasiisaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.