Fana: At a Speed of Life!

Obbo Musxafeen Piroojektota bu’uraalee Misoomaa magaalaa Qabiriibayehitti hojjetamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektota bu’uraalee Misoomaa magaalaa Qabiriibayehitti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Piroojektii Inistiityuutii leenjii Ispoortii fi Bu’uraalee Misoomaa magaalichaatti hojjetamaa jiru naanna’uun daawwataniiru.

Akkasumas Piroojektii Misooma Magariisaa magaalicha keessatti hojjetamaa jiru daawwachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.