Fana: At a Speed of Life!

Obbo Sibhaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 20 yakkaan shakkaman mana murtiitti dhiyaataniiru

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) – Obbo Sibhaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 20 yakkaan shakkaman mana murtiitti dhiyaataniiru.

Guyyaa har’aa hooggantoota olaanoo garee ABUT mana murtiitti dhiyaataan 20 keessaa Obbo Sibhaat Naggaa fi Keeriyaa Ibraahiim isaan tokko ta’uu ibsameera.

Shakkamtoonni kunneen ajaja Kaabaa irratti Raayyaa ittisa Biyyaa irratti miidhaa qaqqabee akkasumaas yakkoota biroon kan barbaadaman ta’uu qorataan poolisii ibseera.

Bu’uuruma poolisiin gaafateen manni murtii guyyaa 14 yeroo qorannoo eyyameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.