Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin miidiyaalee argisiisa qonnaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Hoggantoota, gulaatota, qopheessitootaa fi ogeeyyiin miidiyaalee biroon argisiisa qonnaa daawwatan.

Daawwannicharatti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee dabalatee Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu fi qondaaltonni biroon argamaniiru.

“Mana yaalii irraa gara facaasaatti” mata duree jedhuun argisiisni qonnaa Eebla 29, 2015 Gola Hambaa Saayinsiitti banamuun kan yaadatamuudha.

Abrahaam Faqqadaatu gabaase

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.