Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Itti aantuu Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaa Maarkeez waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota biyyoonni lamaan tumsaan hojjechuu danda’anirratti mari’ataniiru.

Daldala, Barnootaa, Qonnaa fi damee nageenyaan haala tumsaan hojjechuun danda’amurratti mari’ataniiru jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.