Fana: At a Speed of Life!

Piroofeesar Birihaanuun Chaansilara Yuunivarsiitii Finfinnee ta’uun muudaman

Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaa Chaansilara Yuunivarsiitii Finfinnee taasiisuun muudaniiru.

Dooktar Abiy Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitii ofiin of bulchu akka ta’u labsii ragga’e hordofee Piroofeesar Birihaanuu muuduu isaanii ibsameera.

Muudama Chaansilarichaa dabalataan hoggantoonni Boordii haaraan kan muudaman yoo ta’uu, Pireezidaantii fi Itti aanaan Pireezidanatii yuunivarsiitichaa yeroo dhiyootti kan muudaman ta’uu ragaan Ministeera Barnootaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.