Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Preezdaant Saahilawarq sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaarratti hoggantoota biyyoota garaagaraa argaman waliin dhimmoota hariiroo dippiloomaasii cimsanirratti marii taasiisaniiru.
Preezdaantii Ugaandaa Yoweerii Kaaguutaa Museeveenii, Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa fi Preezdaantii Taanzaaniyaa Saamiiyaa Suuluuluu waliin dhimmoota hariiroo waloo fi Baha Afrikaarratti mari’ataniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.