Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Jibuuttiiti bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii daawwataniiru.
Diinagdee Ityoophiyaaf murteessaa kan ta’e haala bu’uuraalee misoomaa Loojastiksii fooyyessuun danda’amurratti marii taasiisaniiru.
Preezdaant Saahilawarq daawwannaa hojii guyyoota lamaaf kaleessa Jibuutii galuun Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee waliin marii taasiisuun isaanii kan yaadatamuudha.
Guyyaa har’aa mana mare biyyaalessa Jibuutiitti argamuun haasawa taasiisaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.