Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis Dooktar Hiruut Kaasahuun waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Preezdaantii Mana Maree Ulamoota Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Edriis Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasahuun waliin mari’ataniiru.
Hambaalee isilaamummaa irratti kunuunsa fooyya’aa fi daandiwwan misooma barbaadaan irratti mari’achuu isaanii ibsameera.
Kanaafis manni marichaa haleellaan iddoo seenaa qabeessa Masjiida Najjaashirratti raawwatameen garee ogeeyyiin haammatamee bakkichaatti qorannoo akka taasisuuf erguun ragaan Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.