Fana: At a Speed of Life!

Raashiyaan bu’uuraalee misoomaa naannoo Tigraayitti miidhaman suphuuf tattaaffii taasifamuu akka deeggartu ibsetti-ambaasaaddar Ivgeet Taarkiin

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Raashiyaa Ivgeet Taarkiin bu’uraalee misooma naannoo Tigraatti miidhaman suphuuf tattaaffii gara hojiitti akka deebi’aniif taasufamu deeggarsa akka taasiftu beeksisaniiru.

Ambaasaaddarichi mootummaan olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraay xumuramuu bifaa gaariin akka ilaalan himaniiru.

Duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin lubbuun lammiilee naga osoo hin miidhamiin xumuramuu isaatiif dinqisifataniiru.

Naannichatti bu’uuraaleen misoomaa barbada’aan aariitiin gara hojiitti akka galaniif Ityoophiyaa cinaa akka dhaabbataniis himaniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.