Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa Naannoo Tigraay aanaa Daangolaatti meeshaalee waraanaa garee fudhate

Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Naannoo Tigraay aanaa Daangolaatti meeshaalee waraanaa hidhannoo garee garaagaraa marsaa jalqabaan walitti qabaman fudhateera.

Waliigaltee Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee hojiin hidhattoota ABUT hidhannoo hiikkachiisuun gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.