Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalcha artiist Looreet Lammaa Guyyaa raawwatameera

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha artiist Dooktara kabajaa Looreet Lammaa Guyyaa bakka maatii, firoottaan fi jaallattoonni isaanii argamanitti magaalaa Bishooftuutti raawwatameera

Sirna awwaalcha kana irratti hoggantoonni hojii mootumma olaanoo federaalaa fi naannoo Oromiyaa argamaniiru.

Mangashaa Dargeetu gabaase

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.