Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalchaa Looreetii Addunyaa Dooktar Xibabaa Yamana Birhaan raawwatame

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Looreetii Addunyaa Dooktar Xibabaa Yamana Birhaan Mana Amanataa Kiristaanaa Kaatediraalaa Sillaasetti raawwatameera.
Sirnicha awwaalchaa kanarratti mana maree federeeshinii, mana maree bakka bu’oota ummataa, waajjira muummee ministiraa dabalatee dhaabbilee mootummaa olaanoon heduun argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.