Fana: At a Speed of Life!

Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2013 (FBC)-Sirni badhaasa (Odaa Awaard) 4ffaan kaleessa galgala gaggeeffameera.

Sirni badhaasa kun maltii midiiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamii fi Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa waliin kan qopheessan ta’uu ibsameera.

Sirni badhaasa Odaa Awaardii bara kanaa kun yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaaf taasifameera.

Qopheessituun badhaasicha gaazxeessitu Bashaatuu Tolamaariyaam, badhaasni bara kanaa sababa vaayrasii koroonaatin muuziqoota muraasaarratti xiyyeeffachuu ibsiteetti.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.