Fana: At a Speed of Life!

Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurame .

Siwiizarlaandii goolii Embooloon daqiiqaa 48ffaarratti galcheen goolii 1 fi 0n Kaameeruun injifateerti.

Dhalataan Kaameeruun taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessa Siwiizarlaandi Embooloon, biyya dhalootaa isaarratti goolii tokko galchuun Siwiizarlaandi qabxii 3 akka argattuuf qooda isaa ba’eera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.