Fana: At a Speed of Life!

Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale

Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegale

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Torbeen agarsiisa aadaa Ityoo-Baahireen eegalemeera.

Baahireenitti waajjirrii qonsiila FDRI Kuweettitti argamuu misiyoonoota waliin agarsisicha qopheessera.

Kaayyoon agarsiisicha hariiroo ummata biyyoota lamaan giddu jiru caalmaatti cimsuufis jedhame.

Ministirri Deetaan Ministira Aadaa fi Tuuriizimi Ityoophiyaa addee Buzuunash Masaraat fi itti gaafatamtuun waajjiraa Qoonsilaa FDRI Baahireen aadde Iskadaar Girmaay sirna baniinsa agarsiisicharratti argamaniiru.

Agarsiisicharrattis aadaan uffannaa, nyaataa, agarsiifni muuziqaa Ityoophiyaas dhiyaateera.

Agarsiisicharratti al ergitoonni, fichisiistoonnii fi dhaabbileen garaagaraa hirmaataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.