Fana: At a Speed of Life!

Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordoofee Tikeettiin Xiyyaaraa saaffisaan gurguramaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Waamicha “Namoonni miiliyoona tokko gara biyya” jedhu hordoofee Tikeettiin Xiyyaaraa saaffisaan gurguramaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Fitsum Araggaa Ibsan.

Daandiin xiyyaara Ityoophiyaa, Hoteelonnii fi dhaabbileen keessumeessitootaa qophii waamichicha madaalu taasisuu akka  qaban eeraniiru.

Namoonni biyyaa isaanii jaallatan Tikeettii xiyyaaraa bitaa jiraachuu Ambaasaaddar Fitsum kaasaniiru.

Tikeettiin gurguramaa jiru yeroo gabaabaa keessatti kan  xumuramu ta’uu Magaalaa Loos Aanjelesitti argeera jedhan.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.