Fana: At a Speed of Life!

Walloo Kibbaatti Lootee seentoonni 200 ol to’ataman

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) –Godina Walloo Kibbaatti lootee seentoonni 200 ol to’atamuun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu bulchiinsi godinichaa beeksiise.
Lootee seentoota biroos to’annoo jala oolchuuf caasaaleen nageenyaa ummata waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu Itti aanaa Bulchaan Godina Walloo Kibbaa obbo Saayifa Saayid ibsaniiru.
Hawaasni olola sobaa garee shororkeessaa ABUT irraa of qusachuun bifa qindaa’een naannoo isaa diinarraa eeggachuu akka qabu waamicha dhiyeessaniiru.
Isheetuu Waldamikaa’eeltu gabaase.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.