Fana: At a Speed of Life!

Weebsaayitii haaraan diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidha haaromsaa guddichaaf walitti qabamu hojii eegale

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Weebsaayitii haaraan itsmydam.et  diyaaspooraan Ityoophiyaa deeggarsa maallaqa ijaarsa hidhaa haaroomsaa guddichaaf walitti qabamu hojii eegaleera.

Yuunaayitiid Kiingidamitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarii Mallas, gamtaa nageenyaa fi araaraa Ityoophiyaa, ogeeyyiin Ityoophiyaa idil addunyaa akkasumas bakka buutoonni baankii daldalaa Ityoophiyaa fi keessuummoonni biroon sirna eebbichaa viidiyoo konfiiraansiin gaggeessaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.