Fana: At a Speed of Life!

Wixinee labsii Raayyaa Ittisaa fooyya’ee ba’e ragga’e

Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Wixinee labsii Raayyaa Ittisaa fooyya’ee ba’erratti mari’achuun raggaasise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa Yaa’ii Idilee 14ffaa bara hojii 2ffaa har’a gaggeesseera.

Manni Marichaa gabaasaa fi yaada murtoo Koreen Dhaabbii Hariiroo Alaa fi Dhimmoota Nageenyaa dhiyeesse qorachuun raggaasisuu ragaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.