Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii 300 ol of keessatti qabate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii 300 ol of keessatti qabate gaggeeffamaa jira.
Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Yaa’icharratti kan argaman Itti Aanaa Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaa obbo Tasfaayee Dhaabaa hundeeffamni mana marichaa waldaaleen siivilii bilisaa fi itti gaafatamummaan ergama isaanii akka ba’aniif ni gargaara jedhaniiru.
Manni marichaa danbii bulchiinsaa irratti marii erga gaggeessee fi koree hojii raawwachiiftu erga filatee booddee manni maree dhaabbilee waldaalee siivilii ifatti akka hundaa’u ni eeggama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.