Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Jimmaa Walloo Yuunvarsiitii deebisaanii ijaaruuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 10 olii taasiise

Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa Walloo Yuunvarsiitii deebisaanii ijaaruuf kan oolu deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 10 olitti tilmaamamu taasiiseera.
Yuunvarsiitichi adeemsa baruu fi barsiisuu jalqabsiisuuf meeshaalee kutaa yaalii, Koompiyuutaroota, Minjaaloota, Sireewwan, Firaashii fi meeshaalee barnootaa garaagaraa Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu taasiiseera.
Deeggarsi marsaa jalqabaa kun Yuunvarsiitii Walloof ergamuu Itti aanaan Preezdaantiin Bulchiinsaa fi Tajaajila Barattootaa Yuunvarsiitii Jimmaa Dooktar Qananiisaa Lammii ibsaniiru.
Deeggarsi marsaa 22ffaanis kan itti fufu ta’uu eeraniiru.
Warqaafarraaw Yaalewutu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.