Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiwwan adda addaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan

Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan adda addaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisaniiru.
Yuunvarsiitiin Meetroopoolitaanii Kootabee baratoota saganta idileen digirii 2ffaa, digrii jalqabaa fi diplomaan barsiisa ture 583 eebbise.
Yuunvarsiitiin Boongaa sagantaa adda addaatiin barattoota barsiisaa ture 821 eebbisiiseera.
Yuunvarsiitiin Dabra Taaboris barattootaa sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa ture kuma 2 fi 455 eebbisiiseera.
Eebbifamtoota Yuunvarsiitiin Dabra Taabor eebbisiisee keessaa 845 dubartoota ta’uu ibsameera.

Yuunvarsiitiin Dabra Birihaanis barattoota sagantaa digirii 2ffaan barsiisaa ture 231 eebbisiiseera.

Eebbifamtoota keessaa 63 ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.