Oduu biyya keessaa Ibsa Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI irraa kenname Wabi Fufa Oct 31, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI heera mootummaa Riippabiliikaa Demokiraatawaa Federaalawaa Ityoophiyaa keeyyata 87 kan daangeeffame labsii Raayyaa Ittisa…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad vaayrasii koroona qabamuun mirkanaa’e Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Federeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad vaayrasii koroona qabamuun mirkanaa’e. Preezdaantichi Roobii darbe…
Idil Addunyaa Qarqara Senegaalitti godaantota 140 ol bishaan nyaate – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Qarqara Senegaalitti godaantota 140 ol bishaan nyaate – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Bidiruun namoota 200 tti dhiyaatan fe’attee gara…
Oduu biyya keessaa Indaastiriiwwan huuccuu Ityoophiyaa jiran deeggaruuf Biriitaaniyaa fi jarman deeggarsa Doolaara… Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Indaastiriiwwan huuccuu Ityoophiyaa jiran deeggaruuf Biriitaaniyaa fi jarman deeggarsa Doolaara miiliyoona 6.5 ifoomsaniiru. Biyyoonni lamaan…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Hundeeffamni Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa gaggeeffama jira. Fooramii Kantiiboota Ityoophiyaa sadarkaa biyyaalessatti mata duree “ Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti kan argaman projaktoonni ijaarsa daandii akka hin harkifamnee fi rakkinoota… Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti kan argaman projaktoonni ijaarsa daandii akka hin harkifamnee fi rakkinoota daangaa kabachiisuu irratti hooggansi ciminaan…
Oduu biyya keessaa Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha… Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaa Godina Guraageetti kan argamu oomisha Silkaan daawwatan. Oomishichi Seeraamikiif,…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa kuufama biyyee irraa baraaruu fi yaa’a laga Abbayyaan Leemmana gammoojjii oomishuuf… Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) – Hidha Haaromsaa kuufama biyyee irraa baraaruu fi yaa’a laga Abbayyaan Leemmana gammoojjii oomishuuf waliigalteen mallattaa’e. Waliigalticha…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa projaktii ‘Maaddii Biyyaaf’ Birrii biiliyoona 1.1 gumaache. Deeggarsa maallaqichaa hooggantoonni baankiichaa Muummee…
Oduu biyya keessaa “Ogummaan barsiisummaa sanyii, gosaa fi loogiirraa bilisa kan ta’e ogummaa iddoo… Wabi Fufa Oct 30, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2013 (FBC) - "Ogummaan barsiisummaa sanyii, gosaa fi loogiirraa bilisa kan ta'e ogummaa iddoo olaanaatti argamudha" Ministira Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahun…