Fana: At a Speed of Life!

Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatooniin riikkardii haaraa galmeessite

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti fiiggameen riikkardii haaraa galmeessifte.

Atleet Latasanbat Gidey dorgomicha sa’aatii 1 fi  daqiiqaa 2 fi sekondii 51 xumuruun riikkardii haaraa galmeessiteerti.

Atleet Latasanbat Gidey riikkardii Ye’alemzarfiin qabamee ture fooyyeessuun riikkardii haaraa galmeessuu dandeesseerti.

Dorgommii dhiiroota gidduutti gaggeeffameen ammoo Atleetoonni Keeniyaa milkaa’uu Ragaan Ityoo – Rananirraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.