Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanicha wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba- MNKLI

Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaana Daamaraafi Masqalaa wayita kabajnu naannawaa keenya lootee seentotarraa eeguun ta’uu qaba jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Kibba Lixa Iyoophiyaa obb Maasrashaa Balaachoon.

Obbo Maasrashaan hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Ergaasaaniin, ayyaanicha wayita kabajnu naannoo keenya lootee seentotarraa eeguuniifi lammiilee deeggarsa barbaadan deeggaruun ta’uu qaba jedhaniiru.

Odeeffannoowwan qoqqoodiinsaafi dogoggoraa heddummachuu eeruun, kanaaf ammoo wanta hundumaarra guyyaa har’aa dhugaaf dhaabbachuu qabna jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.