Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwaan saddeettan darbanitti ergaa gabaabaa 8100 ‘A’ tiin birrii miiliyoonni 88 ol walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Baatiwwaan saddeettan darbanitti ergaa gabaabaa 8100 ‘A’ tiin birrii miiliyoonni 88 ol walitti qabamuu Manni Maree qindeessaa hirmaannaa ummataa biyyaalessaa Hidha Haaromsaa beeksiise.
Baatiwwan 8n darbanitti hawaasni ergaa gabaabaa 8100 ‘A’ tiin Birrii miiliyoona 88 ol Proojektii Hidhan Haaromsa Guddicha Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisuu Daayreektarri qunnamtii ummataa fi Miidiyaa mana marichaa obbo Hayiluu Abrahaam ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.