Fana: At a Speed of Life!

Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma – ambaasaaddar Suleemaan Daddafoo

Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa taate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuun amma – ambaasaaddar Suleemaan Daddafoo

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Biyya cimtuu fi hirkattummaa jalaa bilisa baate ijaaruuf tokkummaan dhaabbachuu amma jedhan, Emireetoota Araba Gamtoomanitti Ambaasaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Suleeman .

Dhaloonni ammaa seenaa haaraa galmeessee darbuu qaba jedhan ambaasaaddar Suleemaan turtii OBN waliin taasiisaniin.

Ityoophiyaan dhiibbaa kamiiyyuurrraa dandamachuuf qabeenya qabdutti fayyadamtee badhaadhuu qabdi jedhan.

Rayyaan Ittisa Biyyaa tokkummaa fi birmadummaa biyyaaf dhabbachuu isaa injifannoo garee ABUT irratti galmeesseen mirkaneessera jedhan.

Bilchinni Hoggansa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Hoggansi Siyaasaas kan keessatti muul’ate akka ta’e himaniiru.

Humnoonni Siyaasaa Ityoophiyaa kufaatii ABUT irraa barachuu qabu jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.