Fana: At a Speed of Life!

Bulchiinsoonni Yukreen 4 ifatti Raashiyaatti makaman

Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putiin bulchiinsoonni Yukreen 4 Raashiyaatti makamuuf kan isaan dandeessisu waliigaltee xumuraa mallatteessan.

Bulchiinsoonni kunneen kutaa Yukreen % 20 kan uwwisan ta’uu RT gabaaseera.

Murtoo ummataa torbee darbe gaggeeffameen % 94 Raashiyaatti makamuuf murteessuun kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.