Browsing Category
Biiznasii
Torbeen Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Agarsiifnii fi Konfiraansiin Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinnee Galma Bar-kumeetti banameera.
Agarsiisa kana irrattis dhaabbileen…
Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimd damee diinagdeerratti ibsa…
Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaabooBoba’aa haaluma baatii Amajjiin Itti fufa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba'aa haaluma baatii Amajjiin kan Itti fuf ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Sirna Daldala boba’aa Dijitaalawaan bittaa fi gurgurtaan Birrii biiliyoona 155 raawwatame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Sirna Daldalaa boba’aa Dijitaalawaan bittaa fi gurgurtaa Birrii biiliyoona 155.4 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.
Sirni daldalaa…
Intarpiraayizichi galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii Itiyoophiyaa baatiiwwan ja’an darban galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise.
Intarpiraayizichi…
Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.
Galiin argames albuudaa Warqee, Tantaalaamii, Oorii…
Tajaajilichi baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23.45 ol argachuu beeksiseera.
Dhaabbatichi walakkaa waggaa…
Oromiyaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyoonni 57 ol walitti qabamun ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni 57.1 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksise.
Bara bajatichatti…
Warshaa oomisha talaallii Doolara miiliyoona 70’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Warshaa Oomisha talaallii Doolaara miiliyoona 70’n ijaaruuf Paarkii Indaastirii Qilinxootti dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Saganticharratti Walitti Qabduun…
Oromiyaatti baatiwwan Jahaan darban damee Turizimiirraa galiin Birriin biiliyoonni 25 argame
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan Jahaan darban damee Turizimiirraa galiin Birriin biiliyoonni 25 argamuu Biiroon Aadaa fi Turizimii naannichaa beeksiseera.…