Browsing Category
Biiznasii
Qaala’iinsa gatii hir’isuuf Birriin biiliyoonni 28.5 deeggarsi taasiifamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Dhiibbaa Qaala’iinsi gatii lammiilerraan ga’u hir’isuuf Birriin biiliyoonni 28.5 deeggarsi taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Omishaaleen Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamaniiru-Koorporeeshinicha
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban omishaaleen alaa galan Doolaara miiliyoona 157’tti tilmaamaman biyya keessatti oomishamuu Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan…
Komishinich baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 97.6 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Komishiniin Gumrukaa baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 97.6 walitti qabuu beeksiseera.
Baatiiwwan jahaan darban galii Birrii…
Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaa Qindaa’aan galii Doolara miiliyoona 2.1 argamsiisuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Qonnaa Qindaa’aan galii Doolara miiliyoona 2.1 argamsiisuu Ministeerri Indaastirii beeksise.
Itti Gaafatamaan Deskii Paarkii…
Torbeen Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Agarsiifnii fi Konfiraansiin Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinnee Galma Bar-kumeetti banameera.
Agarsiisa kana irrattis dhaabbileen…
Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamuudha-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Barana guddinni diinagdee %7.9 kan eegamu ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimd damee diinagdeerratti ibsa…
Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaabooBoba’aa haaluma baatii Amajjiin Itti fufa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Baatii Guraandhalaa gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba'aa haaluma baatii Amajjiin kan Itti fuf ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Sirna Daldala boba’aa Dijitaalawaan bittaa fi gurgurtaan Birrii biiliyoona 155 raawwatame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Sirna Daldalaa boba’aa Dijitaalawaan bittaa fi gurgurtaa Birrii biiliyoona 155.4 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.
Sirni daldalaa…
Intarpiraayizichi galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Intarpiraayiziin Daandiiwwan Kaffaltii Itiyoophiyaa baatiiwwan ja’an darban galii Birrii miiliyoona 514 ol argachuu beeksise.
Intarpiraayizichi…
Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argame
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Daldala alaa Albuudaarraa galiin Doolaara miiliyoona 142 olii argamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.
Galiin argames albuudaa Warqee, Tantaalaamii, Oorii…