Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan garee Baayidaan irratti dhiibbaa uumuuf dhama’aa jirti

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)-Chaayinaan dhiheenyaa kana aangoo kan fudhatan bulchiinsa preezdaantii Ameeriikaa Joo Baayidaan irratti dhiibbaa uumuuf dhama’aa jiraachuu Aanga’oonni Nageenyaa Ameerikaa beeksisaan.

Dhaabbata Nageenyaa biyyoleessaa Ameerikaatti keessaatti maamila kan ta’an Wiiliyaam Ivaaniivaa akka ibsanitti Chaayinaan garee Baayidaan keessaatti namoota hojjetaan kayyoo godhachuushee kan kaasan.

Dabalataanis Chaayinaan talaallii vaayrasii koroonaa argachuuf tattaaffii taasiftuufi filannoo dhiyeenyaa gaggeeffame giddu galuuf tattaffii taasisuu ishee kan ibsan.

Ivaaniivaa, bulchiinsichi dhiibbaa kana hubachuu qaba jedhaniiru.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.