Fana: At a Speed of Life!

Daldalli Chaayinaa Afrikaa baatiwwan duraa 9 riikkardii haaraa galmeesse

Finfinnee, Sadaasa 8, 2014 (FBC) – Daldalli Chaayinaa Afrikaa Amajjii – Fulbaana 2021tti Doolaara Biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 85.2 ga’uun riikkardii haaraa ta’uun galmaa’eera.

Kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame % 38.2 daballii agarsiisuu ibsameera.

Daldalli Chaayinaa Afrikaa kun riikkardii haaraa galmeessuu isaa Itti Aanaan Ministira Ministeera Daldalaa Chaayinaa Kiyaan Keemiingi ibsaniiru.

Maddi:-CGTN

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.