Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa Anwaar Koosaa waliin mari’atan.

Mariisaaniin Paartineeship Foor Ityoophiyaa Saafaarikoom sadarkaarra jiruu fi hojiiwwan gara fuladuraarratti mari’ataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.