Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaan Badhaasa ‘Next generatio” 2021 injifatan

Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktarr Liyaa Taaddassaa Yuunvarsitii ‘Harvard T. H. Chan School of Public Health’ irraa badhaasa ”Next generation” 2021 injifatteerti.
Dooktar Liyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hojii hojjetaniin badhaasa kan argachuu ibsameera.
Diiniin Muummee barnootichaa Fakaaltichaa Misheel E. Williyamsi namoonni badhaasa “Next generation” badhaafaman dargaggoota muul’ataa fi kaka’umsa mataa isaaniin innooveeshinii Fayyaa idil addunyaa irratti ashaaraa mataa isaanii kaa’ani ta’uu ibseera.
“Next Generation” badhaasa kana namoota umuriin isaanii 40 gadi ta’anii fayyaaf dursa laachuun hoggansa bilchina qabu kennuurratti murannoon hojjetaniif kan laatu ta’uu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.