Fana: At a Speed of Life!

Dubartoonni magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Dubartoonni bulchiinsa magaalaa Buraayyuu raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaaniiru.

Dubartoonni  magaalicha sagantaa kana irratti hirmaatan dubartoota hooggansa bulchiinsa magaalichaa,hojjettoota mootummaa fi Jaarmiyaalee addaa adda akkasumas kutaa hawaasa adda addaa irraa kan walitti bahaniidha jedhameera.

Deeggarsi kun cimee akka itti fuufu dubartoonni kunneen himuu isaanii ragaan kominikeeshinii magaalaa Buraayyuurra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.