Fana: At a Speed of Life!

Faarmaatikaaliin Shaansheeng guyyatti Saanitaayzarii liitra kuma 24 oomishuu eegale

Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) – Magaalaa Duukamitti Iistarn Indaastirii Zoonitti kan argamu Faarmaatikaaliin Shaansheeng guyyatti Saanitaayzarii liitra kuma 24 oomishuu eegale.

Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Abbabaa Ababaayahuu fuula Twutera isaaniin akka beeksisanitti Iistarn Indaastirii Zoonitti kan argamu Faarmaatikaaliin Shaansheeng qulqullina harkaa (Saanitaayzarii) oomishuurratti xiyyeeffachuun kutaa haaraa banuu isaa ibseera.

Faarmaatikaaliin Shaansheeng guyyatti qulqullina harkaa (Saanitaayzarii)  liitra kuma 24 oomishuu eegaluu ibsaniiru.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.