Fana: At a Speed of Life!

Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)-  Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan Waancaa fudhachuuf dhiyaateera.

Tapha har’a gaggeeffameen magaalaa Adaamaa qabxii 2 fi 1 mo’ateera

Gooliicha Muujiib Qaasiimii fi Bazaabbah Mallayyoon lakkoofsisaniiru.

Kan magaalaa Adaamaa ammoo Saayifuu Zaakiir lakkoofsiseera.

Faasiil kanamaan taphoota 20n qabxiiwwan 49 walitti qabeera.

Bunni Ityoophiyaa taphoota 18n qabxiiwwan 33 walitti qabun 2ffaan ta’eera.

Haadiyyaa Hoosaanaan taphoota 19, qabxiiwwan 32 walitti qabun sadarkaa 3ffaarra taa’eera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.