Fana: At a Speed of Life!

FBI deeggartoonni Tiraamp simannaa Baayidan dura hokkora kaasuu malu jechuun akeekkachiise

Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Biiroon Qorannoo Yakka Ameerikaa (FBI) guyyaa simannaa preezdantii haara Joo Baayidan dura hiriirri mormiin meeshaa waraanaan deeggarame deeggartoonni Tiraamp kaasuu danda’uu jechuun akeekkachiiseera.
Gareen hidhattoota kunneen Waashingitan Diisii dabalatee isteetiiwwan 50 keessatti guyyoota 8 booda guyyaa simannaatti akka waliitti qabaman himaniiru.
Joo Baayidan guyyaa kaleessaa Kaappitaalitti sirna kaakuu raawwachuuf argamuun sodaa akka hin qabne himaniiru.
Joo Baayidaanii fi itti aantuun isaanii Kamalaa Haariis fincilaa deeggartoota Tiraamp Kaappitaalitt hokkorri ka’ee torbee lama boodaa sirna kakuu ni raawwatuun eegama.
Qaamoleen nageenyaas hokkoorri Kaappitaalitti ka’ee ture mudaachuu hin danda’uu jechuun ibsaniiru.
Maddi:-BBC
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.