Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibeetti projektoonni misoomaa garaagaraa eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Nadhii Gibeetti projektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 42 ijaarraman eebbifaman.
Proojektiin kunneen Hospitaala jalqabaa Diimtuu, Gamoo Bulchiinsaa Aanaa Nadhii Gibee, Daandii keessa keessaa Magaala Diimtuu, Waajjirri Paartii Aanichaa ,Kolleejjiin BLTO fi Riqaaleen adda addaa baasii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 42n hojjetamuun xumuramanii tajaajila uummataaf banaa ta’uu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominiikeeshinii Mootummaa naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.