Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 4 darbe

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Noonnoo Beenjaatti balaa Bakakkaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu ibsameera.
Rooba cimaa guyyaa kaleessa sa’aatii 10:00 irratti roobeen namoonni hojii qonnaarra turan 4 balaa Bakakkaan du’uu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa Aanaa Noonnoo Beenjaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.