Fana: At a Speed of Life!

Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefaman

Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefamuu dhaga’ameera.

Dhiha naannoo Taahowaatti haleellaa qaqqabeen kanneen lubbuun isaanii darbee dabalatee loltoonni 6 madaa’aniiru jedhame.

Hidhatoonni kunneen haleellaa qaqqabsiisaan dabalatee konkolaattoota loltoota fidhachuun isaanii himameera.

Naannichatti hidhattootaan irra deddeebiin haleellaa ni qaqqabaa jedhameera.

Bakka amma itti haleellaan qaqqabee baatii Bitootessaa darbee haleellaa qaqqabeen lubbuun namoota 200 olii darbeera jedhame.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.