Fana: At a Speed of Life!

Hanqina kenniinsa tajaajila geejjibaarratti muul’atu furuuf ni hojjetama – Aadde Daagmaawiit Mogas

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Hanqina kenniinsa tajaajila Geejjibaarratti muul’atu furuun ummataaf tajaajila fooyya’aa laachuuf kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa Aadde Daagmaawiit Mogas ibsaniiru.
Ministeera Geejibaatti Mana Maree kenniinsa tajaajilaa fooya’iinsaa hundaa’e waliin raawwii karoora kurmaana 4ffaa bara 2013 irratti mari’atmuu Aadde Daagmaawit himaniiru.
Gabaasa Hordoffii fi deeggarsaarratti mariin ijaarsaa gaggeeffamu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.