Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba-Ministeera Fayyaa

Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba jechuun beeksiseera.

Ayyaannicha adda kan taasisuu hordoftoonni amantichaa addabaabaayiitti ba’uu kan kabajan ta’uusaan of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasifamuu akka qabu ministeerichi ibseera.

Ityoophiyaatti hanga ammatti namoota miiliyoona 4 fi kumni dhibbi 2 fi kumni 55 fi 823’f qorannoon laabraatoorii taasifameefi namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 57 fi 322 irratti vaayrasiichi argameera.

Kumni 7 fi 147 ammoo lubbuun isaanii vaayrasiichaan dhabaniiru.

Kan hordoofe tamsa’inni vaayrasiicharra daraan akka hin daballee hawaasni of eeggannoo taasisuun haguugdu afaanii fi fudhaanii akkasumas saanitaayizarii  akka fayyadamuu dhaamuu ragaan ministeericharra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.