Fana: At a Speed of Life!

Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbe

Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Hinditti Balaa Baaburaa qaqqabeen lubbuun namoota 288 darbuu dhaga’ameera.

Bahaa Hindii Kutaa Bulchiinsaa Odiishaattii balaa Baabura 3 gidduutti muudateen lubbuun namoota 288 darbuu fi namoota 900 ol irra miidhaan qaamaa qaqqabuu TRTn gabaaseera.

Lubbuun namoota balichaan du’anii dabaluu akka danda’u hoggantoonni kutaa bulchiinsicha ibsaniiru.

Biyyatitti bara Faranjoota 1981 Kutaa Bulchiinsa Bihaariitti balaa mudateen lubbuun namoota 800 ol darbuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.